How do we know the gospel is a true statement A wealth
A wealth of wisdom and knowledge
๐๐๐ ๐๐จ๐๐๐๐๐๐ ๐จ
โBadhaadhummaan ogummaa fi beekumsii hundinuu isa keessa dhokfamee jira.โ โ๐ ๐. 2/3
Luqisicha armaan olii keesaatti (๐๐ฌ๐) kan jedhu yesuus kiristosin isaa uumama dura ture; burqaa badhadhummaa beekumsa fi ogummaa isa ta’e kan ibsuu dhaa.
โฒ๐ข๐ด๐๐บ๐บ๐ฎ๐ฎ:-Ogummaan daandeetti waa ijaaru ykn kalaquu qofa otuu hin taane, jireenya namni tokko jireenya ajaa’ibsiisa ittin jiraatu hunduu ogummaa jedhama.
Ogummaa inni jalqabaa garu waaqayyoo sodaachuu akka ta’en hin dagatiin.๐ฝ๐๐ 9/10 ogummaan waaqayyoo sodaachuu caalu hin jiru. Kana immoo yoo goote ogummaa ittin jiraattu kamuu siif laatama.kana irraa kan ka’e atis jireenya ogummaan guutamtee jiraatta.
โ๐๐ ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐๐ง ๐ฌ๐ข ๐ ๐จ๐ฅ๐ ๐ข๐ญ๐ข๐ข ๐ข๐ฌ๐ก๐๐ ๐ก๐ข๐ง ๐๐ก๐ข๐ข๐ฌ๐ข๐ง
๐ฌ๐ข ๐๐๐ ๐๐ข๐ข๐ญ๐ข๐ข ๐ข๐ฌ๐ก๐๐ ๐ฃ๐๐๐ฅ๐ฅ๐๐๐ก๐ฎโ ๐ฝ๐๐. 4/6
โฒ๐๐ฒ๐ฒ๐ธ๐๐บ๐๐ฎ:-Beekumsi Dandeetti waan tokko ittin hubachuu danda’anu fi toofta waan tokko ittin injifatan yookin qabaa waan tokko ittin qabaachuu danda’aniidha.
Namni tokko beekumsa qaba yommuu jennu, daandeettin waan irratti madalamee sanan gahumsa qaba jechuu dhaa.waanti gahuumsa ittin argate sunis beekumsa.
โ๐๐จ๐ฆ๐ฆ๐ฎ๐ฌ ๐๐ฎ๐๐๐ข๐ข ๐ ๐๐ซ๐ ๐๐ซ ๐๐๐๐ฌ๐ฎ๐ฎ ๐ข๐ง ๐๐๐ง๐๐๐๐ฌ๐ฌ๐, ๐๐ฎ๐๐๐ข๐ข๐ง ๐๐๐๐๐ง ๐ค๐๐๐ฌ ๐๐๐๐ค๐ฎ-
๐ฆ๐ฌ๐๐๐ง ๐ข๐ง ๐ญ๐’๐โ ๐ฝ๐๐. 5/2
โฒ๐๐ฎ๐ฑ๐ต๐ฎ๐ฎ๐ฑ๐ต๐๐บ๐บ๐ฎ๐ฎ:-Baadhadhummaan karaa lamaan ilaalama. inni tokko karaa hafuura yommuu ta’u inni biraa karaa fooniti.
badhadhummaan hafuura yesuusin amnuu keessa kan argamuu yoo ta’u inni fooni immoo cimani hojjechuu irra kan dhufudha.namani badhadhummaa hafuura qabu badhadhummaa foonis karaa isa barbaachisuun argachuu ni danda’a.
โ๐๐จ๐ฅ๐จ๐ฆ๐จ๐จ๐ง ๐ฆ๐จ๐จ๐ญ๐ข๐๐ก๐ข ๐จ๐ ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐๐ข ๐๐๐๐ก๐๐๐ก๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐๐๐ก๐๐๐ง ๐ฆ๐จ๐จ๐ญ๐จ๐ญ๐ ๐ฌ๐๐๐ ๐ฅ๐๐๐ ๐ข๐ซ๐ซ๐๐ ๐ฐ๐๐ซ๐ซ๐ ๐ค๐๐๐ง ๐ก๐ฎ๐ง๐๐ฎ๐ฆ๐๐ ๐ข๐ง ๐๐๐๐ฅ๐ ๐ญ๐ฎ๐ซ๐โ 1๐๐ ๐ฅ. 10/23

โYesus deebisee, “๐ค๐๐ซ๐ข๐๐ก๐ข,๐๐ก๐ฎ๐ ๐๐๐ง,๐ฃ๐ข๐ซ๐๐๐ง๐ฒ๐ข๐ฌ ana; anaan yoo ta’e malee, eenyu iyyuu gara abbaa hin dhufu.โ Yoh 14/6
โ๐บ๐๐๐๐๐๐๐, ๐๐๐๐๐๐๐๐๐, ๐๐๐๐๐๐๐ข๐ ๐ข๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐?
1)๐๐๐ซ๐๐๐๐ก๐:-Galmi dhala namaa guddaan mootummaa waaqayyooti.
galma sana bira gahuuf immoo karaa ittin deemani galmaa gahan beekuun gaaridha.
kanaaf yesuus galma isa isiinif qopha’ee sana bira gahuuf karaan nama geessu anatti amanuuni jechuu isaati.namni kamuu galma namaaf kenname sana itti boqaachuuf yesuusin qabachuutu ta’af.Isaan
galmi gahama.”๐๐ง๐ง๐ข ๐๐จ๐จ๐ง ๐ข๐ฌ๐๐๐ญ๐ข๐ง ๐ค๐๐ซ๐๐ ๐ก๐๐๐ซ๐๐, ๐ค๐๐ซ๐๐ ๐ฒ๐๐ซ๐จ๐จ ๐ก๐ฎ๐ง๐๐ฎ๐ฆ๐๐ ๐ฃ๐ข๐ซ๐๐๐ญ๐ฎ ๐ ๐จ๐ฅ๐ ๐๐ ๐ฌ๐๐ง๐ ๐ค๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐ ๐ง๐ฎ๐ฎ๐ ๐๐๐ง๐ ” Ibr 10/20
2)๐๐ก๐ฎ๐ ๐๐๐๐ก๐:-Waanti addunyaa kana martuu waan darbuuf akka hin darbineetti sobee fakkatee lubbuu namaa nyaata.
inni bara baraan dhabbatee mo’ee hafuu waaqayyoo uumaa keenya duwwaadha.
waaqoli hedduun addunyaa kanaa akka nutti dhugaa jenne hordofnu barbaaduu.
waaqayyoos akka nuti waaqolii soba ta’u isaani akka hubannuuf dhugaan ana jedhe nutti hime.Ani dhugaa dhaa yoo jedhuu addunyaan soba, na hubadhaa birmaduu baatu jireenya argattus jechuu isaati.
“๐๐ก๐ฎ๐ ๐ข๐๐ก๐ ๐ข๐ง ๐ก๐ฎ๐๐๐ญ๐ญ๐ฎ; ๐๐ก๐ฎ๐ ๐ข๐๐ก๐ข ๐๐ข๐ซ๐ฆ๐๐๐ฎ๐ฎ
๐ข๐ง ๐๐๐๐ฌ๐” ๐ฃ๐๐๐ก๐ Yoh. 8/32
3)๐๐ข๐ซ๐๐๐ง๐ฒ๐:-jireenyi abbaa konkolaata, gamoo fi dhabbata guruguddaa
qabaatani argamuu utuu hin taane har’a keessa taa’ani abdii jireenya lubbuu qabachuudha.
addunyaa kana irratti namani qabus namni hin qabnes wal caalmaan jiraatu iyyuu amma isaaf kenname jiraatee darba.jireenyi inni yesuus itti nu gorsu kun garu bara baran kan jiraatamuu dha.kanaaaf jireenya yoo jedhu jireenya lubbuutti.
โ๐๐ฎ’๐๐ ๐ค๐’๐ฎ๐ฎ๐ง , ๐ฃ๐ข๐ซ๐๐๐ง๐ฒ๐ข๐ฌ ๐๐ง๐; ๐ง๐๐ฆ๐ง๐ข ๐๐ง๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ฆ๐๐ง๐ฎ ๐ฒ๐จ๐จ ๐๐ฎ’๐ ๐ข๐ฒ๐ฒ๐ฎ๐ฎ ๐ข๐ง ๐ฃ๐ข๐ซ๐๐๐ญ๐โ ๐๐ ๐ 11/25
๐๐ฌ๐ฒ๐๐๐๐ ๐๐ธ๐ธ๐ฎ๐ ๐๐ถ๐ถ๐ป ๐ท๐ฒ๐ฑ๐ต๐ฒ
โAna buddeenni jireenyaa.โ
Yoh. 6/48
Macaafa qulqulluu isaa sirri paly store irraa argaachuuf iddoo download jedhu xuqun buufadha