Responsibility Love is really good
Responsibility Love is really good
๐ผ๐ ๐๐๐ ๐ช๐ช ๐ฟ๐๐๐๐๐๐ข๐๐
Dhiifamni akkaakuu hin qabu tokkof tokko ture. Garuu addunyaa kana irratti waa’ee dhiifama fi akka namoonni dhiifama itti godhanii fi gaafatan yoon ilaaluu akka saditti natti mul’ate.
1) ๐๐ต๐ถ๐ถ๐ณ๐ฎ๐บ๐ฎ ๐๐ฎ๐ฟ๐๐ฒ๐ฒ.Namoonni baay’een yoo dhiifama gaaffatte dhiifama bartee siif godhu. Dhiifama bartee jechuun afaan irraa kan namaaf godhan keessaa utuu hin taane irraa keesso jechuudha. Isaan kun dhiifama yoo godhan caalaa yeroo waa balleessan dhiifama jechuun beekkamuu
2) ๐๐ต๐ถ๐ถ๐ณ๐ฎ๐บ๐ฎ ๐๐ฎ๐ฎ๐น๐ผ๐ผ. Miidhama guddaan miidhamanii irraa darbuu dadhabuun, sobani namni miidhee sun dhiifama yoo jedhuun akka waan dhiisaniifitti dhiifama godheera jechuun; dhiifamicha akka tooftaatti fayyadamuun gadoof itti dhihaachuuf dhiifama godhamuudha.
3) ๐๐ต๐ถ๐ถ๐ณ๐ฎ๐บ๐ฎ ๐๐ต๐๐ด๐ฎ๐ฎ. Kun dhiifama isa sirrii maqaan itti magga’ee waamamu isa addunyaan beektudha. Dhiifama keessaa ofiitii dhugumaan laphee irraa namaaf kan godhamuudha. Garuu Dhiifama dhugaa namoonni namaaf godhan namoota muraasa.
โฌคWalumaa galatti dhiifama gochuun amala ๐๐๐ฆ๐ ๐ฃ๐๐๐๐๐ญ๐ข. Haa ta’u malee “๐ฟ๐๐๐๐๐๐ข๐ ๐๐๐๐๐ฉ๐๐ฃ๐๐ ๐ฃ๐๐ข๐ ๐ข๐๐๐๐๐ช๐ช๐ฃ ๐ฌ๐๐ก๐ก๐๐๐ก๐ช๐ข๐ข๐๐ ๐๐ช๐๐๐๐๐๐๐” Sababni isaa namni ati miite sun dhiifama siif gochuu mala seenan garuu dhiifama waan jedhamu hin beeku. Kanaaf dhiifama namoota abdatanii nama miidhuun gaarii miti. Waa’ee dhiifamaa beekta taanan itti gaafatamummaa Jaalalaa bachuun si rakkisuu
๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐.
Jaalala yeroo jedhamuu waanuma salphaa fakkaata. jaalalli aarsaa hedduu kan of keessa qabuu dha. Kana malees akkasuma jaalalli itti gaafatamummaa waliin kan dhufudha. Saala faalla kee gaafa gara jireenya keetti affeertu aarsa akka kanfaltuu fi itti gaafatamummaa akka qabdu beekutu sirra jiraata. mee jaalalli itti gaafatamummaa akkamii of keesaa qaba?
1) ๐๐ข๐ฒ๐ฒ๐๐๐๐๐๐ง๐ง๐จ๐จ. Yoo hiriyaa kee nan jaalladha jette, yeroo hunda osoo hin nuffiin xiyyeeffannoo kennuu danda’ii. jechaa fi gocha akkasuma tokko tokkon waa’ee jireenya isaa/isheef gadi fageessi yaadi.
2) ๐๐ฎ๐ง๐ฎ๐ฎ๐ง๐ฌ๐. Hiriyaa kee kunuunsuun itti gaafatamummaa jaalalaa keessaa isa tokko. Hiriyaa kee safara malee kunuunsuu qabda. fedhii isaa/isheetiif kunuunsa gaarii gochuu qabda.
3) ๐๐๐ซ๐๐๐ ๐๐ฆ๐. Hiriyaa baay’ee jaallattu sanaaf wareegamuun dirqama kee ta’uu beeki. Jaalalli aarsawwaan hedduu of keesaa waan qabuuf isaaf of qooheessuu qabda.
4) ๐๐๐ซ๐จ๐จ. Yoo dhuguma jaalala sirrii keessa jiraatteefi akka itti fufu barbaadde yeroo kee hiriyaa keetiif kennuu qabda. Yeroo kee isa qaalii irraa hiriyaa keetif kennuunis itti gaafatamummaa kee ti.
5) ๐๐๐ง๐ง๐๐ ๐ค๐๐ง๐ง๐ฎ๐ฎ. Walitti dhufeenya hiriyyummaa keessatti kennaan barbaachisaadha. Innis of walii kennuudha.
6) ๐๐๐ ๐ฎ๐ฎ๐ฆ๐ฌ๐. Hiriyaa keenya eeguu fi naannoo keenyatti nageenyi akka isaanitti dhagahamu gochuun itti gaafatamummaa keenya. Hiriyaa kee gita kamiinuu eegi. dhiphinaaf akka hin saaxilamne wantoota sammuu isaa/ishee miidhan irraa of eeggadhuuf.
7) ๐๐๐ฅ๐ข๐ข๐ง ๐๐๐ซ๐ข’๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ. Mariin keessa waliin ta’uu qaba. Maal akka gootan, akkamitti akka gootan. Har’a maal hojjechuu akka qabdaniifi boriif maal karoorsuu akka qabdan waliin marii taasisaa.
8) ๐๐๐ซ๐ ๐๐๐ซ๐ฌ๐. Hiriyaa kee gargaaruun itti gaafatamummaa kee ti. Yeroo sanatti haalli inni/isheen keessa jiru/tu osoo hin ilaalin. Waan dandeessun, amma dandeessu gargaari.
9) ๐๐๐๐ก๐๐ง๐ง๐๐. Guyyaa guyyaan hiriyaa keetif kadhadhu. Yeroo hunda hiriyaa kee bakka bu’uun araarsuun itti gaafatamummaa godhadhu. Damee hafuuraa keessatti humna hiriyaa keetii ta’i.
10) ๐๐ข๐ซ๐ซ๐๐๐๐๐๐ฆ๐. Dogoggora hiriyaa gaa’elaa keetii sirreessuu hin sodaatin. Sababa kamiinuu hin ilaalin. Namni kamuu ni
dogoggora wali sirreessuuf yaalun gaaridha. Garaagarummaa yaada fi ilaalcha gara waliif tokkomomsuutti wal fiduu hin dadhabinaa.
Hojii online irraa birri argaachuu hin barbaadu application kana iddoo Install jedhu xuquun buufadhu

Illustration is a victory
There was no kind of forgiveness for one. But when I looked at the world about forgiveness and how people forgive and ask for forgiveness, it seemed like three things to me.
1) Be forgiving. Most people will learn to forgive you if you ask for forgiveness. Learned forgiveness means internally, not verbally. They are known to forgive when they do something wrong rather than when they forgive
2) The snowflake. Inability to get over the serious injury, lying and saying that the offender forgave them as if they had forgiven him; using the forgiveness as a strategy to approach grief.
3) The snowflakes. This is the most properly named forgiveness that the world knows. Forgiveness is truly heartfelt. But few people truly forgive people.
โช๏ธGenerally, forgiveness is a characteristic of Moses. However, “It’s a great experience that I’m afraid of I’m not sure what to do” Because the person you hurt may forgive you but they don’t know what forgiveness is. So itโs not good to hurt people hoping for forgiveness. If you know about forgiveness, you will find it difficult to bear the responsibility of Love
THIS IS AN EXPERIENCE.
When it comes to love, it seems like a simple thing. love involves many sacrifices. Moreover, love also comes with responsibility. You have to know that when you invite the opposite sex into your life, you are making sacrifices and you have responsibilities. what responsibilities does love involve?
1) Integrity. If you say you love your partner, always be able to pay attention without getting bored. think deeply about his/her life with words and actions as well as one by one.
2) Experience. Caring for your partner is one of the responsibilities of love. You have to care for your partner immeasurably. you must take good care of his/her needs.
3) The Prophet. Know that it is your duty to sacrifice for the friend you love so much. Love involves many sacrifices and you have to prepare yourself for it.
4) The Prophet. If you are truly in the right love and want it to last, you need to give your time to your partner. It is your responsibility to give your partner some of your precious time.
5) Industry. Giving is necessary in a friendship. It is giving of oneself.
6) Experience. It is our responsibility to protect our partner and make them feel safe around us. Protect your partner in any class. to avoid things that harm his/her mind so that he/she does not become depressed.
7) Sikh Mohammad’s. The discussion should be with each other. What you do, how you do it. Discuss what you need to do today and what you need to plan for tomorrow.
8) The Prophet. It is your responsibility to help your partner. Regardless of his/her circumstances at the time. Help with what you can, now you can.
9) The Prophet. Pray for your friend daily. Always make it your responsibility to reconcile on your partner’s behalf. Be your partner’s strength in the spiritual realm.
10) Prophethood. Don’t be afraid to correct your spouse’s mistakes. Donโt look at it for any reason. Everyone will
it is good to try to correct each other’s mistakes. Do not hesitate to bring differences of opinion and viewpoints together.
For another tip, download the application by clicking on the Install button