True love is found by making the sacrifices that love requires and paying the price for it.
Jaalallii dhugaan jireenya
“Jaalalli burqaa nagaafi tasgabbii ta’eetu hedduu jiraachisuun, hedduun itti jiraachuutti jiru. Kaanisimmoo jaalala burqaa faayidaafi gammachuu dhuunfaaf hedatanii, jaalalicha itti jiraachuu dhiisanii hanga faayidaa qofaatti jaalalicha ittiin jiraachaa jiru.
Hireen jaalalaa akkasiin kaaniif jiraattee, kaanimmoo faayidaaf jiraachisuun, kan isheen gidduu deddeemtu waan dhibamtu miti. Ta’us kun hiree jaalalli dhugaan qooddu utuu hintaane hiree namni keessootti keessa godhatee fakkeessaan ofiif qoodudha jedheen amana.
Hiika jaalala dhugaaf jiraachuu wallaaluun, akka feetota jaalalaaf hin jiraanne afaaniin jaalala sobaan goobsee, kan jaalalaaf Hambaa jaalalaa kudhaammatee kaatummoo gogsee qoorsuutti jira. Irra caalaan namootaa, jaalala dhugaa argachuun fedhii isaanii isa ol’aanaadha.
Tasgabbii, naamusaafi gammachuu jaalala dhugaa keessa jirtu akka dhangaatti soorachuun hawwiifi fedhii isaanii isa hangafa ture. Garuu fedhiifi hawwii qofaan dharra’uu malee aarsaa jaalalli dhugaan sun barbaaddu namni kaffalee keessummeessu hanga xiqqaadha.
Jaalalli dhugaan kan argamtummoo aarsaa jaalalli sun barbaaddu baasuun gatii jaalalichaaf kaffaluudha. Gammachuu jaalala dhugaa keessaa kan arganis aarsaa jaalalaa sana kaffaluun dirree injifannoo jaalalaatti hambaa ta’aniitu hafuun jiraatama!”
โ๏ธ๐๐๐บ๐ป๐ฎ ๐ณ๐ถ ๐๐ฎ๐ฎ๐น๐ฎ๐น๐ฎ
โฒYeroo tokko wal dorgommii ๐๐ฎ๐ฆ๐ง๐๐ญ๐ฎ ๐๐๐๐ฅ๐ fi ๐ฃ๐๐๐ฅ๐๐ฅ๐๐ญ๐ฎ ๐๐๐๐ฅ๐ akka wal falmaniif wal dorgomiin taasifamuuf ture.Mata durewwaan kana lamaan irrattis namoota dorgomaa ta’an guyyaa wal dorgommiintti akka argamaniif beeksifnii erga bahee.
Guyyaa wal dorgommii kanas namooni dorgomaaf dhihaatan keessa lama lamaan wal falmii erga taasisani booda hojiidhaan agarsiisa dorgommicha adeemsisa turan, kana keessattii garu namoota falmiin afaani fi hojiin haala gaaridhaan ibsu wal dorgomsiiftonni wal dorgommichaa argachuu hin dandeenye.Ega obsumaan xumuraa wal dorgommichaa gaahuf nama lama qofatu hafe.
โช๏ธYeroo xumuraaf warreen hafan lamaan yaadan erga wal falmanii booda gara hojiin mul’isutti yommuu darbaan tokko isaan keesaa dhagaa guddaa tokkotu lafa ture.
Dhagicha namoota baay’ee irraa kan hafe namni tokko ol fuudhu mitii sochaasu iyyuu hin danda’uu.Abbaan humna ol kaasuf qofaa isaa erga waliin dhiphate boodaโ Egaa ani humnatu caala jedhe yaale dadhabeera ati immoo koottu jaalalan ol fuudhi in ilaalla.Anu kanaan harkaaf miila qabu ol fuudhu dadhabeera jaalala harkaaf miila hin qabneen kootu ol fudhiโ jedhe abbaa jaalalatti dheekame.
Abbaan jaalala dabareen isaa yoo gahu asi fi achi yommuu ilaalu namoota deeman arge.osoo isaan bira hin gahin seeqe erga simatee nagaa ho’aa tokko gaafate “dhagaa kana iddoo kana warraksina al tokko na gargaartu?” jedhe gaafate.
Isaanis haala simmanna isaa fi nama jaalala akka ta’e hubachuun “Maarree wal gargaarun aadaa keenya mitii?”kootu haa kaasnu jedhani gargaaran.
Bu’an hojii kanaa guddaa kan ta’ef jaalala.
โ๏ธGaaffii
๐๐ฎ๐๐๐ข๐ฌ๐ ๐๐ฆ๐ฆ๐ ๐๐ฎ๐๐๐ข๐ฌ๐ญ๐ ๐ข๐ซ๐ซ๐๐ ๐ฆ๐๐๐ฅ ๐ก๐ฎ๐๐๐ญ๐ญ๐? ๐๐๐๐๐ ๐ก๐ฎ๐ฆ๐ง๐๐๐ญ๐ข ๐ฆ๐จ๐จ ๐๐๐๐๐ ๐ฃ๐๐๐ฅ๐๐ฅ๐๐ญ๐ฎ ๐ฆ๐จ’๐๐? ๐๐ญ๐ข ๐ก๐จ๐จ ๐ค๐๐ฆ๐ญ๐ฎ ๐๐๐๐ฅ๐ ๐ฃ๐๐ญ๐ญ๐?
โEgaa amantiin, abdiin, jaalalli isaan kun sadan hafanii in jiraatu; isaan keessaa garuu jaalalatu caalaโ1Qor 13/13

True love is life
“Love is the source of peace and tranquility that keeps many alive, and many are living it. Others are living it for the sake of personal gain and happiness.
The fate of love is not something she suffers from, living for others and living for the benefit of others.
Ignoring the meaning of living for true love, he is gobbling up false love with his mouth like the feet that don’t live for love, and drying up the one who has tithes for love Heritage of love. For most people, finding true love is their top desire.
Feeding on the calm, discipline and joy of true love was their chief desire.
True love is found by making the sacrifices that love requires and paying the price for it. Those who find the joy in true love will pay the sacrifice of love and remain a legacy in the field of love victory!”
โ๏ธDarkness is a journey
โฒOnce the competition between the two of them and the two of them argued for me to compete.After notice was issued for the contestants to attend the competition day on both these topics.
The greatest result of this work is love.
โ๏ธQuestion
Dr. Mohammad Mohammad Dr Are you afraid? Welcome to the 2017 FIFA World Cup Where’s it? Where are you going to be?