Best It Is If You Work Hard That You Become A Person.
It is if you work hard that you become a person
Jecha Namaaf Iddoo Hin Laatin
Namni tokko tokko namni maal nan jedhan yeroo isani yeroof ofi gubbaan akkasuma hojii gaarii tokko dhiisaan sirrin isan gochuuf deeman yeroo dogonggora ta’ee itti mulaatu arginaa.
Kanaf namni waan barbadee haa jedhu ati kayyoo kee irraa dubbati hin jedheni maalif yoo jettee hiriyaan , firii kee, gaafa ati fayyaa qabduf qabeenya qabdu kan sijaalatu.
Osoo dhukkubsate ykn waan itti jiraatu dhabdee namu abbaa kana sin hin jedhu kanaf nama kayyoo ta’ii hojii kamu hin tufatini xiqaa irraa karaa guddaa dhufuu malee guddaa irraa miti ati kan katuu akkumaa adeemsaa guddinaa keetiitti
Qormataa sitti dhufeef karaa hin dhabatuu
Namni kayyoo qorumsaa isatti dhufeen karaa hin dhabatu sababin isa namni osoo hin qoramin jireenyaa arguu hin danda’uu.
Barumsaa baratee qormataa jireenyaa moo qoramtee barataa kanaf qorumsii riqichaa jireenyaati cimii ija jabaadhu.
Dhadhabina kee osoo hin tane jabina waaqayyoo ilaltaa
Har’aa kee osoo hin tane boruu kee ilaltaa isa har’aa irraa barata
Namni kayyoo jireenyaa har’aa keessaa jiru osoo hin tane jireenyaa boruu tilmamaa.
Mudannoo kee irraa abdii kutaachuu osoo hin tane muxannoo sif ta’aa
Namni kayyoo mudannoo isaan cabee karaati hafaa osoo hin tane barumsaa irraa baratee dandii isa qajeelfatee jireenyaa haaraa Eegalaa.
Yoon har’aa kufee boruu nan ka’aa jette hamileen tattafata
Namni kayyoo bakka kufeeti hafaa osoo hin tane kufaati isa sababa guddinaati lakka’aa. Namni tokko kufuun humnaf hubannaa cimaan achii ka’ee deemsaa egaala waan ta’eef kufee achin hafuun sababa hin ta’uu.
Cimtee yoo hojaatedha kan ati nama tattuu
Sababii kufaati ykn abarsaa hin ta’ii sababi ka’umsaa ykn eebbaa ta’ii argaami.

Yoo Ofi Taate Namaf Taata!
ATI OF HIN XIQQEESSIN
Niilsen Maandellaan yuunivarsiitiitti yeroo seera barachaa ture barsiisaan isaa adiin kan piiter jedhamu qaba ture. Piroofeeserri kun namoota gurraachaaf jibba guddaa qabu turan. Gaaf tokko osoo piroofeesar piiter mana nyaataa jiranii akka tasaa Mandeellaan nyaata isaa qabatee bira taa’e.
Piroofeesarichi aariidhaan,”Mandeellaa! Booyyee fi gugeen wajjin nyaachuu hin danda’an!” Jechuun dheekkaman. Innis rakkoo hin qabu piroofeesar! Barriseen deema” jechuun ka’ee teessuma biroo irra taa’ee nyaata isaa nyaate.Ani booyyee osoo hin taane gugeedha jechuu isaa ture. Gama biraan booyyeen si’i jechuu isaati.
Guyyaa biraa piroofeeserichi akka itti haaloo isaa raawwatu yaadee kutaa keessatti Mandeellaa gaaffii gaafatan. “Mandeellaa ! Osoo karaa deemtuu borsaa lama argita. Tokko keessa maallaqa,isa biraa keessammoo ogummaatu jira. Lachuu keessaa isa kam fudhatta?” Jedhee gaafate.
Mandeellaan xiqqoo yaadee,”Borsaa maallaqa qabu sanan fudha kaa!” Jedhee deebisaaf.
Piroofeeserichi deebiin Mandeellaa dogoggoradha jedhee waan yaadeef gammadee,”Argitee Mandeellaa! Ati maal filachuu akka qabdu hin beektu! Ogummaan maallaqa caala!” Otoo ana ta’ee ogummaan fudhadha” jedhe. Mandeellaanis deebisee fi sirriidha Piroofeesar! Namni kamuu waanuma hin qabne fudhata. Waan qabu tokko fudhatee maal godhata?”
Dhuma irratti baay’ee itti aare.Guyyaa tokko waraqaa qormaata Mandeellaa irratti, “Dadhabaa! (stupid)”jedhee barreessee kenneef.
Mandeellaanis atattamaaan gara isaa deemee, “Dhiifama Piroofeesar! Waraqaa koo irra mallattoo kee malee qabxiin koo hin jiru!” Jedhe. Waanan dubbise irra.
👉DHAAMSA KOO.
Yaada waaqayyoo malee yaadni ati namarra keessummeesa ooltu mudaa qabachuu mala. Namni si xiqqeessuuf yaalu danda’a.Garu yoo mirkaneessiteef malee milka’uu hin danda’uu.Ati of hin xiqqeessin.
Namni si xiqqeesuu kan danda’uu; yoo of tuffate, yoo gatii kee wallaalate fi yoo abdii kuttee rafte. Dammaqi! Silas yoo namani rafe eenyutu sif dammaqa? Kanaaf, of hin xiqqeesisn
Nama of oolchetu dhaloota oolcha Ati yaa isa rafaa jirtuu hamma maalitti yesusiin simattee? Koottumee of ilaallaa koottumee warraa of olchetu nama biraa olchaa jira waan ta’eef of oolchinee dhalootaaf eebba taanaa.
↪️Waan sitti fakkaatee sirriidha jettee ariifattee hin dubbatiin nama hubataa ta’i.Bakka oolmaa kee lafa warra ejjan godhattee
Waa’ee yesuus waan dubbattu dhabdee afaan hin nyaatiin waa’een yesuus dubbatamee hin dhumu dhaloota dhugaaf afuuraan yesusitti amanee isaaf jiraatuuf!
Soba dubbachuu fi ejjuun muudii sitti hin fakkaatiin.
Dhaloota egereen isaa guddatu!
↪️Egeree jechuun boriisaa. jechuudha.
↪️Dhaloonni yesusitti amanan milikkita akkami qabu laata?
maaltu irraa mul’ata laata Mee beekataa? Moo warra afaaniin odeesaani jireenyaan lubbuu haaraa ta’an beekta ati?
warri kristaana ofiin jechaa sobee shubbisurraa isa isa yesusitti hin amaniin wayya.
Yesus deebi’ee hin dhufaa macaafa qulqulluu isa sirri iddoo Install jedhu xuquu buufadha dhubbisaa